1 ተሰሎኒቄ 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Isin bira utuu hin dhufin Filiphisiiyusitti akka dhiphanne, namoonni akka nutti darbanis in beektu. Isin biraas warri nuun morman utuma baay'atanii iyyuu, wangeela isaa akka isinitti himnuuf Waaqayyo keenya ija jabina nuuf kenneera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Akkuma isin beektan nu kanaan dura Fiiliphisiyuusitti dhiphanneerra; akka malees qaaneffamneerra. Garuu yoo mormiin cimaan nu qunname illee gargaarsa Waaqa keenyaatiin wangeela isaa isinitti himuudhaaf ija jabina arganneerra. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አኩመ እስን ቤክተን ኑ ከናን ዱረ ፊልጵስዩስት ዽጰትኔረ፤ አከ መሌስ ቃኔፈምኔረ። ገሩ ዮ ሞርሚን ጭማን ኑ ቁነሜሌ ገርጋርሰ ዋቀኬኛቲን ወንጌለሳ እስንት ህሙዻፍ እጀ ጀብነ አርገትኔረ። See the chapter |