1 ተሰሎኒቄ 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Kanaaf dhufnee isin ilaaluu barbaanne; ani Phaawulos addumaan deddeebi'ee yaaleera, Seexanni garuu nu ittise. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Nu gara keessan dhufuu barbaannee turreetii; dhugumaanuu ani Phaawulos yeroo baayʼee gara keessan dhufuu yaaleera; garuu Seexanatu nu dhowwe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኑ ገረኬሰን ዹፉ በርባድኔ ቱሬቲ፤ ዹጉማኑ አን ጳዉሎስ ዬሮ ባይኤ ገረኬሰን ዹፉ ያሌረ፤ ገሩ ሴጠነቱ ኑ ዾዌ። See the chapter |