1 ተሰሎኒቄ 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Obboloota nana! Garaan keenya wal bira yoo jiraate iyyuu, yeroodhaaf fuula fuulaan wal arguu dhabnee erga gargar baafamnee, nuyi fuula keessan arguudhaaf hawwa guddaadhaan caalchifnee dhamaane. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Garuu yaa obboloota, erga yaadaan utuu hin taʼin fooniin yeroo gabaabaaf isin irraa gargar baanee jalqabnee fuula keessan arguuf hawwii guddaan caalchifnee dhamaane. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ገሩ ያ ኦቦሎተ፣ ኤርገ ያዳን ኡቱ ህንተእን ፎኒን ዬሮ ገባባፍ እስንራ ገርገር ባኔ ጀልቀብኔ ፉለኬሰን አርጉፍ ሀዊ ጉዳን ጫልችፍኔ ዸማኔ። See the chapter |