Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Warri saba Waaqayyoo hin ta'in akka fayyaniif nuyi in lallabna; isaan immoo safara cubbuu isa yeroo hundumaa hojjetan guuttachuudhaaf, akka hin lallabneef nu dhowwu. Gara dhumaatti dheekkamsi Waaqayyo ammuma iyyuu isaan irratti dhufeera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 isaanis cubbuu isaanii guuttachuuf jedhanii akka nu akka Namoonni Ormaa fayyifamaniif itti hin dubbanne nu dhowwu. Dhuma irratti garuu dheekkamsi Waaqaa isaanitti dhufeera.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 እሳንስ ጩቡሳኒ ጉተቹፍ ጄዸኒ አከ ኑ አከ ነሞትን ኦርማ ፈይፈመኒፍ እት ህንዱበትኔ ኑ ዾዉ። ዹመረት ገሩ ዼከምስ ዋቃ እሳንት ዹፌረ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements