1 ተሰሎኒቄ 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Warri Yihudootaa goofticha Yesusin, raajotas in ajjeesan nus in ari'atan; Waaqayyoon hin gammachiisan nama hundumaa wajjinis waliif hin galan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Yihuudoonni kunneen warra Gooftaa Yesuusii fi raajota ajjeesanii nu illee ariʼatanii dha. Isaan Waaqa hin gammachiisan; nama hundattis diina taʼu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ይሁዶትን ኩኔን ወረ ጎፍታ ዬሱሲፊ ራጆተ አጄሰኒ ኑሌ አርአተኒዸ። እሳን ዋቀ ህንገመቺሰን፤ ነመ ሁንደትስ ዲነ ተኡ፤ See the chapter |