Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Obboloota nana! Isin faana warra biyya Yihudaa keessaa karaa Kristos Yesus waldoota Waaqayyoo ta'anii duukaa buutaniittu; akkuma isaan harka warra Yihudootaatti dhiphatan isinis harka warra biyya keessaniitti dhiphattaniittu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Yaa obboloota, isin fakkeenya waldoota kiristaanaa Waaqaa warra Kiristoos Yesuusitti jiran kanneen biyya Yihuudaa jiranii duukaa buutaniirtu; akkuma waldoonni kunneen harka Yihuudootaatti dhiphatan sana isinis harka namoota biyya keessaniitti dhiphattaniirtu;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ፈኬኘ ወልዶተ ክርስታና ዋቃ ወረ ክርስቶስ ዬሱስት ጅረን ከኔን ብየ ይሁዳ ጅረኒ ዱካ ቡተኒርቱ፤ አኩመ ወልዶትን ኩኔን ሀርከ ይሁዶታት ዽጰተን ሰነ እስንስ ሀርከ ነሞተ ብየኬሰኒት ዽጰተኒርቱ፤

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements