1 ተሰሎኒቄ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Dubbii Waaqayyoo isa nuyi lallabnu yeroo argattan, akka dubbii namaatti utuu hin ta'in akka dubbii Waaqayyootti fudhattaniittu; innoo, dhuguma dubbii Waaqayyoo ti. Waaqayyos isin warra amantan keessatti in hojjeta; kana hundumaaf ittuma fufnee Waaqayyoon in galateeffanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Isinis yommuu dubbii Waaqaa kan nurraa dhageessan sana fudhattanitti akkuma inni jirutti, akka dubbii Waaqaa kan isin warra amantan keessatti hojjetuutti fudhattan malee akka dubbii namaatti waan hin fudhatiniif nu utuu gargar hin kutin Waaqa galateeffanna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እስንስ ዮሙ ዱቢ ዋቃ ከን ኑራ ዸጌሰን ሰነ ፉዸተንት አኩመ እን ጅሩት፣ አከ ዱቢ ዋቃ ከን እስን ወረ አመንተን ኬሰት ሆጄቱት ፉዸተን መሌ አከ ዱቢ ነማት ዋን ህንፉዸትኒፍ ኑ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ዋቀ ገለቴፈትነ። See the chapter |