1 ተሰሎኒቄ 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Waaqayyo isa mootummaa isaatii fi ulfina isaatti isin waame sanaaf akka ta'utti akka jiraattaniif isin in gorsina isin in jajjabeessina, dhugaas isinitti in baana*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 kunis akka isin jireenya Waaqa isa mootummaa isaattii fi ulfina isaatti isin waamu sanaaf malu jiraattaniif. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኩንስ አከ እስን ጅሬኘ ዋቀ እሰ ሞቱማሳቲፊ ኡልፍነሳት እስን ዋሙ ሰናፍ መሉ ጅራተኒፍ። See the chapter |