Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Isin warra amantaniif nuyi qullaa'ota, qajeelota, mudaa malees akka taane isin dhugaa nuuf baatu, Waaqayyos immoo dhugaa nuuf ba'a.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Nu hammam qulqullummaan, qajeelummaa fi mudaa malee isin warra amantan gidduu akka jiraanne isin dhugaa ni baatu; Waaqnis dhugaa baʼa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ኑ ሀመም ቁልቁሉማን፣ ቀጄሉማፊ ሙዳ መሌ እስን ወረ አመንተን ግዱ አከ ጅራትኔ እስን ዹጋ ንባቱ፤ ዋቅንስ ዹጋ በአ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements