1 ተሰሎኒቄ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Nuyi attamitti akka isin gidduutti simatamne isinis Waaqayyo isa jiraataa fi isa dhugaadhaaf hojjechuuf attamitti waaqayyolii tolfaman irraa gara Waaqayyootti akka deebitan isaan ofuma isaaniitii iyyuu in himu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 isin simannaa akkamii akka nuu gootan isaanuu ni dubbatuutii. Isaan akkamitti akka isin Waaqa jiraataa fi Waaqa dhugaa tajaajiluuf jettanii waaqota tolfamoo irraa gara Waaqaatti deebitanis ni himu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እስን ስመትና አከሚ አከ ኑ ጎተን እሳኑ ንዱበቱቲ። እሳን አከምት አከ እስን ዋቀ ጅራታፊ ዋቀ ዹጋ ተጃጅሉፍ ጄተኒ ዋቆተ ቶልፈሞራ ገረ ዋቃት ዴብተንስ ንህሙ፤ See the chapter |