Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Fuula Waaqayyo keenyaa fi abbaa keenyaa duratti hojii amantii keessanii, jaalalaaf dadhabuu keessan, gooftaa keenya Yesus Kristosin abdachuutti jabaachuu keessanis in yaadanna*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Nu hojii amantii keessanii, dadhabbii jaalala keessanii fi obsa abdii keessanii kan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoositti qabdan sana Waaqa keenyaa fi Abbaa keenya duratti ittuma fufnee ni yaadanna.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ኑ ሆጂ አመንቲኬሰኒ፣ ደዸቢ ጃለለኬሰኒፊ ኦብሰ አብዲኬሰኒ ከን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስት ቀብደን ሰነ ዋቀኬኛፊ አባኬኘ ዱረት እቱመ ፉፍኔ ንያደትነ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 1:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements