1 ተሰሎኒቄ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Nuyi kadhata keenya keessatti maqaa keessan dhoofnee, yeroo hundumaa waa'ee hunduma keessaniif Waaqayyoon in galateeffanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Nu kadhannaa keenya keessatti maqaa keessan dhoofnee yeroo hunda waaʼee hunda keessaniitiif Waaqa ni galateeffanna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኑ ከዸትናኬኘ ኬሰት መቃኬሰን ዾፍኔ ዬሮ ሁንደ ዋኤ ሁንደኬሰኒቲፍ ዋቀ ንገለቴፈትነ። See the chapter |