Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 31:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Borumtaa isaa Filisxeemonni warra ajjeesan sana irraa mi'a yaafachuu dhaqanii, reeffa Saa'olii fi reeffa ilmaan isaa sadanii tulluu Giilbo'aa irratti in argan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Filisxeemonnis guyyaa itti aanutti yommuu warra dhuman irraa hidhannaa hiikkachuu dhufanitti, akka Saaʼolii fi ilmaan isaa sadan Tulluu Gilboʼaa irratti kukkufanii jiran argan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ፍልስጤሞትንስ ጉያ እት ኣኑት ዮሙ ወረ ዹመንራ ህዸትና ሂከቹ ዹፈንት፣ አከ ሳኦሊፊ እልማንሳ ሰደን ቱሉ ግልቦኣረት ኩኩፈኒ ጅረን አርገን።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 31:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements