1 ሳሙኤል 31:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Lolli kunis Saa'ol irratti in cime; warri iddaadhaan xiyya darbatan yommuu isa argatanitti guddaa isa in madeessan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Lollis naannoo Saaʼolitti baayʼee cime; warri xiyyaan lolanis isa qaqqabanii akka malee isa madeessan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሎልስ ናኖ ሳኦልት ባይኤ ጭሜ፤ ወር ጥያን ሎለንስ እሰ ቀቀበኒ አከ መሌ እሰ መዴሰን። See the chapter |