1 ሳሙኤል 31:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Mi'a lolaa isaa galma Ashtaarot waaqayyittii tolfamtuu keessa kaa'anii, reeffa isaa immoo dallaa mandara Bet-Shaanitti in cinqaarsan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Isaanis miʼa lolaa isaa mana Ashtooreti waaqicha tolfamaa keessa kaaʼan; reeffa isaa immoo dallaa Beet Shaanitti hodhan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እሳንስ ምአ ሎላሳ መነ አሽቶሬት ዋቅቸ ቶልፈማ ኬሰ ካአን፤ ሬፈሳሞ ደላ ቤት ሻንት ሆዸን። See the chapter |