Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 31:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Baras Filisxeemonni Israa'eloota in lolan; namoonni Israa'elis fuula isaanii duraa utuu baqatanii, baay'een tulluu Giilbo'aa irratti waraanamanii in dhuman.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Filisxeemonni yeroo kanatti Israaʼelitti waraana kaasan; Israaʼeloonnis isaan duraa baqatan; hedduun isaaniis Tulluu Gilboʼaa irratti dhuman.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ፍልስጤሞትን ዬሮ ከነት እስራኤልት ወራነ ካሰን፤ እስራኤሎንስ እሳን ዱራ በቀተን፤ ሄዱንሳኒስ ቱሉ ግልቦኣረት ዹመን።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 31:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements