Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 3:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Saamu'eliin,<<Dhaqii ciisi! Yoo inni ammas si waame,<<Yaa gooftaa ko, garbichi kee in dhaggeeffataatii dubbadhu!>> jedhiin>> jedhe; Saamu'elis deebi'ee dhaqee iddoodhuma isaa in ciise.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Kanaafuu Eeliin Saamuʼeeliin, “Dhaqii ciisi; yoo inni si waame, ‘Garbichi kee dhagaʼaa jiraatii yaa Waaqayyo dubbadhu’ jedhi” jedheen. Kanaafuu Saamuʼeel dhaqee iddoo ofii isaa ciise.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ከናፉ ኤሊን ሳሙኤሊን፣ “ዸቂ ጪስ፤ ዮ እን ስ ዋሜ፣ ‘ገርብችኬ ዸገኣ ጅራቲ ያ ዋቀዮ ዱበዹ’ ጄዽ” ጄዼን። ከናፉ ሳሙኤል ዸቄ እዶ ኦፊሳ ጪሴ።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 3:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements