1 ሳሙኤል 3:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Waaqayyo ammas si'a sadaffaa Saamu'elin in waame; inni ka'ee gara Elii dhaqee,<<Kunoo, asan jira, maal jette?>> jedhe; Waaqayyo mucicha akka waame Eliin kana irratti hubatee, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaqayyo yeroo sadaffaadhaaf Saamuʼeelin ni waame; Saamuʼeelis kaʼee gara Eelii dhaqe, “Ati waan na waamteef ani kunoo dhufeera” jedhe. Eliin yeroo kana akka Waaqayyo mucicha waamaa ture hubate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋቀዮ ዬሮ ሰደፋዻፍ ሳሙኤልን ንዋሜ፤ ሳሙኤልስ ከኤ ገረ ኤሊ ዸቄ፣ “አት ዋን ነ ዋምቴፍ አን ኩኖ ዹፌረ” ጄዼ። ኤሊን ዬሮ ከነ አከ ዋቀዮ ሙጭቸ ዋማ ቱሬ ሁበቴ። See the chapter |