Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Saamu'el guddachaa in adeeme; Waaqayyo isaa wajjin waan tureefis wanti inni dubbatu hundinuu akka lafa hin buune in godhaaf ture.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Saamuʼeel guddachaa deeme; Waaqayyos isa wajjin ture; dubbii isaa keessaas tokko iyyuu lafa hin buʼu ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ሳሙኤል ጉደቻ ዴሜ፤ ዋቀዮስ እሰ ወጅን ቱሬ፤ ዱቢሳ ኬሳስ ቶኮዩ ለፈ ህንቡኡ ቱሬ።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 3:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements