Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 3:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Saamu'el yommus waan Waaqayyo isatti dubbate keessaa tokko illee utuu hin dhoksin isatti in hime; Eliinis,<<Inni Waaqayyoo dha, waanuma gaarii ta'ee isatti mul'ate haa godhu!>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Kanaaf Saamuʼeel waan tokko illee utuu hin dhoksin waan hundumaa isatti hime. Eeliinis, “Inni Waaqayyoo dha; waan isatti tole haa godhu” jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ከናፍ ሳሙኤል ዋን ቶኮሌ ኡቱ ህንዾክስን ዋን ሁንዱማ እሰት ህሜ። ኤሊንስ፣ “እን ዋቀዮዸ፤ ዋን እሰት ቶሌ ሃጎዹ” ጄዼ።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 3:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements