Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 3:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Eliin immoo,<<Waaqayyo maal sitti dubbate>> Hadaraa kan inni sitti dubbate ana hin dhoksin! Wanta inni sitti dubbate hundumaa keessaa tokko illee yoo ana dhoksite garuu Waaqayyo wanta hamaa sitti haa fidu, sittis haa dabalu!>> jedheen.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Eeliinis, “Inni maal jedhee sitti dubbate? Na hin dhoksin; yoo ati waan inni sitti hime tokko illee na dhoksite Waaqni waan hamaa sitti haa fidu; sittis haa cimsu” isaan jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ኤሊንስ፣ “እን ማል ጄዼ ስት ዱበቴ? ነ ህንዾክስን፤ ዮ አት ዋን እን ስት ህሜ ቶኮሌ ነ ዾክስቴ ዋቅን ዋን ሀማ ስት ሃፍዱ፤ ስትስ ሃጭምሱ” እሳን ጄዼ።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 3:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements