Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Saamu'elis hamma ganamaatti erga ciisee booddee, ka'ee balbala godoo qulqullaa'aa in bane; mul'ata arge sana garuu Eliitti himuu in sodaate.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Saamuʼeel hamma bariʼutti ni rafe; ergasii balbala mana Waaqayyoo bane. Innis mulʼata sana Eeliitti himuu sodaatee ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ሳሙኤል ሀመ በርኡት ንረፌ፤ ኤርገሲ በልበለ መነ ዋቀዮ በኔ። እንስ ሙልአተ ሰነ ኤሊት ህሙ ሶዳቴ ቱሬ።

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 3:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements