1 ሳሙኤል 3:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ilmaan isaa wanta nama yeellaasisu hojjechuu isaanii utuu beekuu isaan hin dhowwine; anis sababii yakka kanaaf bara baraan maatii isaatti akkan faradu isatti beeksiseera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Sababii waaʼee cubbuu inni iyyuu beeku tokkootiif ani maatii isaa akkan adabu isatti himeeraatii. Ilmaan isaa waan jibbisiisaa hojjetan; inni garuu isaan hin dhowwine. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሰበቢ ዋኤ ጩቡ እንዩ ቤኩ ቶኮቲፍ አን ማቲሳ አከን አደቡ እሰት ህሜራቲ። እልማንሳ ዋን ጅብሲሳ ሆጄተን፤ እን ገሩ እሳን ህንዾውኔ። See the chapter |