1 ሳሙኤል 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yeroo sanatti Saamu'el mucichi geggeessaa Elii jalatti Waaqayyoof in hojjeta ture; baras Waaqayyo takka takka malee namatti hin dubbatu, mul'annis deddeebi'ee hin argamu ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Saamuʼeel mucichi fuula Eelii duratti Waaqayyoon tajaajilaa ture. Bara sana keessa dubbiin Waaqayyoo yeroo tokko tokko malee hin dhufu ture; mulʼanni baayʼeenis hin jiru ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ሳሙኤል ሙጭች ፉለ ኤሊ ዱረት ዋቀዮን ተጃጅላ ቱሬ። በረ ሰነ ኬሰ ዱቢን ዋቀዮ ዬሮ ቶኮ ቶኮ መሌ ህንዹፉ ቱሬ፤ ሙልአትን ባይኤንስ ህንጅሩ ቱሬ። See the chapter |