1 ሳሙኤል 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo miilla namoota isaaf of kennanii in eega; warri jal'oonni garuu dukkana keessa in balleeffamu; namni humna isaatiin mo'icha hin argatu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Inni miilla qulqulloota isaa ni eega; namoonni hamoon garuu dukkana keessatti calʼisu. “Namni jabina isaatiin hin moʼatu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እን ሚለ ቁልቁሎተሳ ንኤገ፤ ነሞትን ሀሞን ገሩ ዱከነ ኬሰት ጨልእሱ። “ነምን ጀብነሳቲን ህንሞአቱ፤ See the chapter |