1 ሳሙኤል 2:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Egaa warri quufoo turan buddeenatti of gurguraniiru, warri beela'aa turan garuu si'achi hin beela'an; dubartiin isheen dhabduun ijoollee torba deesseetti; haati ijoollee baay'ee garuu gadda irraa kan ka'e laabbofteetti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Warri quufanii turan buddeenatti of gurguraniiru; warri beelaʼanii turan garuu siʼachi hin beelaʼan. Isheen dhabduu turte ijoollee torba deesse; isheen ijoollee baayʼee qabdu immoo ni dhabde. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ወር ቁፈኒ ቱረን ቡዴነት ኦፍ ጉርጉረኒሩ፤ ወር ቤለአኒ ቱረን ገሩ ስአች ህንቤለአን። እሼን ዸብዱ ቱርቴ እጆሌ ቶርበ ዴሴ፤ እሼን እጆሌ ባይኤ ቀብዱሞ ንዸብዴ። See the chapter |