1 ሳሙኤል 2:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo36 Yommus sanyii kee keessaa warri hafan gara lubichaa dhufanii in qoomma'uuf; adduma addaanis meetii yookiis buddeena isa in kadhatu; itti dabalaniis, hadaraa, cabaadhuma buddeenaa illee akka ittiin nyaannuuf hojii lubummaatti nu galchi jedhanii isa in kadhatu>> jedha>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa36 Namni sanyii kee keessaa hafe hundis, “Akka ani muraa buddeena tokkoo illee nyaadhuuf hojii lubummaa keessaa tokko irratti na ramadi” jedhe dhufee meetii tokkoo fi buddeena tokkoof fuula isaa duratti kufee sagadaaf.’ ” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ36 ነምን ሰኚኬ ኬሳ ሀፌ ሁንድስ፣ “አከ አን ሙራ ቡዴነ ቶኮሌ ኛዹፍ ሆጂ ሉቡማ ኬሳ ቶኮረት ነ ረመድ” ጄዼ ዹፌ ሜቲ ቶኮፊ ቡዴነ ቶኮፍ ፉለሳ ዱረት ኩፌ ሰገዳፍ።’ ” See the chapter |