1 ሳሙኤል 2:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Kanaafis ilmaan kee lamaan Hofnii fi Fiinehaas guyyaa tokkotti in du'u; kunis milikkita siif in ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 “ ‘Wanni ilmaan kee lamaan Hofniinii fi Fiinehaasitti dhufu siif mallattoo taʼa; isaan lachanuu guyyuma tokkotti dhumu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 “ ‘ወን እልማንኬ ለማን ሆፍኒኒፊ ፊኔሃስት ዹፉ ሲፍ መለቶ ተአ፤ እሳን ለቸኑ ጉዩመ ቶኮት ዹሙ። See the chapter |