1 ሳሙኤል 2:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Nama kee keessaa inni ani iddoo aarsaa kootiitii akka inni hojjetuuf hambisu iji kee akka dadhabuuf garaan kees akka gadduuf sababii sitti in ta'a; siif kan dhalatu hundinuu ijoollummaadhaan in du'a. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Namni ani iddoo aarsaa koo biraa hin balleessin hundi ija kee imimmaaniin jaamsuu fi garaa kee gaddisiisuuf hambifama; ijoolleen kee hundinuus umurii ijoollummaatti duʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ነምን አን እዶ ኣርሳኮ ብራ ህንበሌስን ሁንድ እጀኬ እምማኒን ጃምሱፊ ገራኬ ገድሲሱፍ ሀምብፈመ፤ እጆሌንኬ ሁንድኑስ ኡሙሪ እጆሉማት ዱኡ። See the chapter |