1 ሳሙኤል 2:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 << <Ani Waaqayyo gooftichi Israa'el:- Dhuguma sanyiin kee, sanyiin abbaa keetiis yeroo hundumaa ana dura deddeebi'anii anaaf in hojjetu jedheen ture; si'achi garuu akkas hin ta'u; warra ulfina anaaf kennaniif ulfina nan kenna, warra na tuffatan immoo nan salphisa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 “Kanaafuu Waaqayyo Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Manni keetii fi manni abbaa keetii bara baraan fuula koo dura akka tajaajilaniif ani waadaa galee ture.’ Amma garuu Waaqayyo akkana jedha: ‘Kun ana irraa haa fagaatu! Warra ulfina naa kennan nan ulfeessa; warri na tuffatan immoo ni tuffatamu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 “ከናፉ ዋቀዮ ዋቅን እስራኤል አከነ ጄዸ፦ ‘መንኬቲፊ መን አባኬቲ በረ በራን ፉለኮ ዱረ አከ ተጃጅለኒፍ አን ዋዳ ገሌ ቱሬ።’ አመ ገሩ ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ ‘ኩን አነራ ሃፈጋቱ! ወረ ኡልፍነ ና ኬነን ነንኡልፌሰ፤ ወር ነ ቱፈተንሞ ንቱፈተሙ። See the chapter |