1 ሳሙኤል 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Of tuulummaa keessan hin baay'isinaa! Of jajuunis afaan keessan keessaa hin ba'in! Waaqayyo gooftichi beekaa dha! Hojii namoota hundumaas miijana irra kaa'ee in ilaala. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 “Of jajuudhaan hin dubbatinaa; yookaan dubbiin of tuulummaa akkasii afaan keessanii hin baʼin; Waaqayyo Waaqa beekaadhaatii; hojiiwwanis isaan madaalamu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 “ኦፍ ጀጁዻን ህንዱበትና፤ ዮካን ዱቢን ኦፍ ቱሉማ አከሲ አፋንኬሰኒ ህንበእን፤ ዋቀዮ ዋቀ ቤካዻቲ፤ ሆጂወንስ እሳን መዳለሙ። See the chapter |