1 ሳሙኤል 2:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Atii fi ilmaan kee garuu aarsaadhaaf kennaa sabni koo godoo koo keessatti akka anaaf dhi'eessan abboommadhe maaliif salphiftan>> Ilmaan kee kennaa sabni koo anaaf dhi'eessan keessaa isa hundumaa caaluun foon isaanii akka gabbifataniif cal jettee maaliif ana caalaa isaaniif ulfina kennite? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Egaa isin maaliif qalmaa fi aarsaa ani ajaje sana tuffatu? Ati maaliif aarsaa saba koo Israaʼeliin dhiʼeeffamu keessaa filatamaa isaa nyaatanii of gabbisuudhaan ana caalaatti ijoollee keetiif ulfina kennita?’ See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ኤጋ እስን ማሊፍ ቀልማፊ ኣርሳ አን አጀጄ ሰነ ቱፈቱ? አት ማሊፍ ኣርሳ ሰበኮ እስራኤሊን ዽኤፈሙ ኬሳ ፍለተማሳ ኛተኒ ኦፍ ገብሱዻን አነ ጫላት እጆሌኬቲፍ ኡልፍነ ኬንተ?’ See the chapter |