1 ሳሙኤል 2:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Yommus namni Waaqayyoo tokko gara Elii dhufee, ergaa Waaqayyoo isatti hime;<<Waaqayyo,<<Sanyiin abbaa keetii biyya Gibxii, harka Fara'oon jala yommuu turan, ani isaanitti mul'adheera mitii ree>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Namni Waaqaa tokko gara Eelii dhufee akkana jedheen; “Waaqayyo akkana jedha: ‘Yeroo manni abbaa keetii biyya Gibxi keessa garbummaa Faraʼoon jala turetti ani isatti of mulʼifnee? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ነምን ዋቃ ቶኮ ገረ ኤሊ ዹፌ አከነ ጄዼን፤ “ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ ‘ዬሮ መን አባኬቲ ብየ ግብጥ ኬሰ ገርቡማ ፈረኦን ጀለ ቱሬት አን እሰት ኦፍ ሙልእፍኔ? See the chapter |