1 ሳሙኤል 2:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Saamu'el mucichi Waaqayyoof namoota irraa ayyaana argachaa, namummaadhaan guddachaa in adeeme*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Saamuʼeel mucichis guddachaa deemee fuula Waaqayyootii fi fuula namaa duratti surraa argate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ሳሙኤል ሙጭችስ ጉደቻ ዴሜ ፉለ ዋቀዮቲፊ ፉለ ነማ ዱረት ሱራ አርገቴ። See the chapter |