1 ሳሙኤል 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Ammoo Waaqayyo Haannaa in yaadate; isheen in ulfoofte, dabaltees ilmaan sadii fi intaloota lama in godhatte; Saamu'el mucichi immoo hojii Waaqayyoo keessatti in guddate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Waaqayyos Haannaa ni yaadate; isheenis ulfooftee ilmaan sadii fi intallan lama ni deesse. Saamuʼeel mucichis fuula Waaqayyoo duratti ni guddate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ዋቀዮስ ሃና ንያደቴ፤ እሼንስ ኡልፎፍቴ እልማን ሰዲፊ እንተለን ለመ ንዴሴ። ሳሙኤል ሙጭችስ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ንጉደቴ። See the chapter |