1 ሳሙኤል 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yaa Waaqayyo, qulqulluun akka keetii tokko illee hin jiru; si malees kan biraa hin jiru; akka Waaqayyo keenyaas kattaa kan namaaf ta'u hin jiru. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Qulqulluun akka Waaqayyoo tokko iyyuu hin jiru; si malees eenyu iyyuu hin jiru; kattaan akka Waaqa keenyaa tokko iyyuu hin jiru. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ቁልቁሉን አከ ዋቀዮ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ ስ መሌስ ኤኙዩ ህንጅሩ፤ ከታን አከ ዋቀኬኛ ቶኮዩ ህንጅሩ። See the chapter |