1 ሳሙኤል 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Saamu'el mucichi dirata fuula duraa isa quncee talbaa irraa hojjetame diratee Waaqayyoof in hojjeta ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Saamuʼeel garuu dirata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee fuula Waaqayyoo dura ni tajaajila ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ሳሙኤል ገሩ ድረተ ቁንጬ ተልባራ ሆጄተሜ ኡፈቴ ፉለ ዋቀዮ ዱረ ንተጃጅለ ቱሬ። See the chapter |