1 ሳሙኤል 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Filoo sanaanis beddee keessaa yookiis huuroo keessaa yookiis okkotee keessaa yookiis xuwwee keessaa waraanee foonicha in fuudha, hamma filoon sun fuudhe hundumaas lubichaaf in geessa ture; namoota Israa'el warra gara Shiiloo dhufan hundumaa akkuma kana godhanii in rakkisu turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 beddee yookaan huuroo yookaan okkotee yookaan xuwwee keessa galcha ture; lubichis waanuma qabduun sun ol baase ofii isaatii fudhata ture. Israaʼeloota gara Shiiloo dhufan hundas haaluma kanaan keessumsiisu turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ቤዴ ዮካን ሁሮ ዮካን ኦኮቴ ዮካን ጡዌ ኬሰ ገልቸ ቱሬ፤ ሉብችስ ዋኑመ ቀብዱን ሱን ኦል ባሴ ኦፊሳቲ ፉዸተ ቱሬ። እስራኤሎተ ገረ ሺሎ ዹፈን ሁንደስ ሃሉመ ከናን ኬሱምሲሱ ቱረን። See the chapter |