1 ሳሙኤል 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 akka isaan amala godhatanitti, yeroo namoonni aarsaa qalmaa dhi'eessanitti foonichi affeelamaa utuu jiruu, hojjetaan luba tokkoo filoo mataa sadii qabu fudhatee in dhufa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Akka bartee luboonni saba wajjin qabaniitti yeroo namni kam iyyuu aarsaa dhiʼeessutti utuma foon affeelamaa jiruu tajaajilaan lubichaa hokkoo quba sadii qabu tokko harkatti qabatee dhufee See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አከ በርቴ ሉቦትን ሰበ ወጅን ቀበኒት ዬሮ ነምን ከምዩ ኣርሳ ዽኤሱት ኡቱመ ፎን አፌለማ ጅሩ ተጃጅላን ሉብቻ ሆኮ ቁበ ሰዲ ቀቡ ቶኮ ሀርከት ቀበቴ ዹፌ See the chapter |