1 ሳሙኤል 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Ilmaan Elii Waaqayyoon kan hin beekne, namoota waa'ee hin baafnes turan; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Ilmaan Eelii namoota hamoo turan; Waaqayyonis hin sodaatan ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 እልማን ኤሊ ነሞተ ሀሞ ቱረን፤ ዋቀዮንስ ህንሶዳተን ቱሬ። See the chapter |