1 ሳሙኤል 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ergasii Elqaanaan gara Raamaatti deebi'ee mana isaatti in gale; Saamu'el mucichi garuu Elii lubicha biratti hafee Waaqayyoof hojjechaa ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Ergasii Elqaanaan gara mana isaa Raamaatti gale; mucichi garuu Eelii lubicha jalatti fuula Waaqayyoo dura tajaajilaa ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኤርገሲ ኤልቃናን ገረ መነሳ ራማት ገሌ፤ ሙጭች ገሩ ኤሊ ሉብቸ ጀለት ፉለ ዋቀዮ ዱረ ተጃጅላ ቱሬ። See the chapter |