1 ሳሙኤል 2:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yommus Haannaan kadhata ishee keessatti, <<Waaqayyo ulfina waan anaaf kenneef, Garaan koo isatti in gammada; inni waan na gargaareef, ani diinota koo irratti ofan jaja. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Haannaanis akkana jettee kadhatte: “Garaan koo Waaqayyotti ni gammada; gaanfi koos Waaqayyoon ol kaafama. Afaan koos diinota koo irratti of jaja; ani fayyisuu keetti nan gammadaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ሃናንስ አከነ ጄቴ ከዸቴ፦ “ገራንኮ ዋቀዮት ንገመደ፤ ጋንፍኮስ ዋቀዮን ኦል ካፈመ። አፋንኮስ ዲኖተኮረት ኦፍ ጀጀ፤ አን ፈይሱኬት ነንገመዳቲ። See the chapter |