1 ሳሙኤል 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyo akka Haannaan dhala hin godhanne waan godheef, Phiniinaan masaanuun ishee ishee aarsuuf tuttuqxee in duchiifte. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Sababii Waaqayyo gadameessa Haannaa cufeef masaanuun ishee akka isheen aartuuf ishee tuttuqaa turte. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሰበቢ ዋቀዮ ገደሜሰ ሃና ጩፌፍ መሳኑንሼ አከ እሼን ኣርቱፍ እሼ ቱቱቃ ቱርቴ። See the chapter |