1 ሳሙኤል 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo akka Haannaan dhala hin godhanne yoo godhe iyyuu, Elqaanaan sababii ishee jaallatuuf ga'aa ishee harka lama in kennaaf ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Inni sababii Haannaa jaallatuuf qooda harka lama isheedhaaf kenna ture; Waaqayyo garuu gadameessa ishee cufee ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እን ሰበቢ ሃና ጃለቱፍ ቆደ ሀርከ ለመ እሼዻፍ ኬነ ቱሬ፤ ዋቀዮ ገሩ ገደሜሰሼ ጩፌ ቱሬ። See the chapter |