1 ሳሙኤል 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Elqaanaan waggaa waggaatti Waaqayyo gooftaa maccaatiif sagaduudhaaf, aarsaas dhi'eessuudhaaf mandara isaatii gara Shiilootti ol in ba'a ture; Shiiloon kun iddoo itti Hofnii fi Fiinehaas ilmaan Elii lamaan luboota ta'anii Waaqayyoof hojjechaa turanii dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Elqaanaan wagguma waggaadhaan Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼuuf aarsaa dhiʼeessuu fi sagaduudhaaf magaalaa jiraatuu kaʼee gara Shiilootti ol baʼa ture. Achittis ilmaan Eelii lamaan Hofniinii fi Fiinehaas luboota Waaqayyoo turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ኤልቃናን ወጉመ ወጋዻን ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡፍ ኣርሳ ዽኤሱፊ ሰገዱዻፍ መጋላ ጅራቱ ከኤ ገረ ሺሎት ኦል በአ ቱሬ። አችትስ እልማን ኤሊ ለማን ሆፍኒኒፊ ፊኔሃስ ሉቦተ ዋቀዮ ቱረን። See the chapter |