1 ሳሙኤል 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Haannaan garaa isheetti guddaa gadditee, mararamtee boo'aa Waaqayyoon in kadhatti turte. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Haannaanis guddaa gadditee hiqqifatee booʼuudhaan Waaqayyoon kadhatte. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ሃናንስ ጉዳ ገድቴ ህቅፈቴ ቦኡዻን ዋቀዮን ከዸቴ። See the chapter |