1 ቆሮንቶስ 2:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Haa ta'u iyyuu malee, ogummaa bara si'anaa, yookiis ogummaa warra biyya lafaa kana seerratanii, ofiis golgolaa'uuf jiranii, yoo ta'uu dhabaate iyyuu, warra bilchaatan keessatti immoo dubbii ogummaa in dubbanna. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Haa taʼuu malee nu warra bilchaatan gidduutti ogummaa dubbanna; garuu ogummaa addunyaa kanaa yookaan ogummaa bulchitoota addunyaa kanaa kanneen baduuf jiranii miti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሃተኡ መሌ ኑ ወረ ብልቻተን ግዱት ኦጉማ ዱበትነ፤ ገሩ ኦጉማ አዱኛ ከና ዮካን ኦጉማ ቡልችቶተ አዱኛ ከና ከኔን በዱፍ ጅረኒ ምት። See the chapter |