1 ቆሮንቶስ 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Dubbiin afaan koo, lallabni koos humnii fi hafuurri Waaqayyoo akka na keessa jiru argisiise malee, dubbii ogummaa namaa keessaa ba'een amansiise miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ergaan koo fi lallabni koo Hafuuraa fi humna argisiisuudhaan malee dubbii ogummaa fi sossobbii of keessaa qabuun hin turre; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኤርጋንኮፊ ለለብንኮ ሀፉራፊ ሁምነ አርግሲሱዻን መሌ ዱቢ ኦጉማፊ ሶሶቢ ኦፍ ኬሳ ቀቡን ህንቱሬ፤ See the chapter |