1 ቆሮንቶስ 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Namni hafuuraa waan hundumaa shallaga, isa garuu namni tokko iyyuu hin shallagu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Namni Hafuuraa waan hundumaa ni qora; ofii isaatii garuu eenyuun iyyuu hin qoramu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ነምን ሀፉራ ዋን ሁንዱማ ንቆረ፤ ኦፊሳቲ ገሩ ኤኙንዩ ህንቆረሙ። See the chapter |