Online Bible

- Advertisements -




1 ቆሮንቶስ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kanaafis nuyi dubbii hafuuraa warra hafuuricha argataniif waan hiiknuuf, isa dubbannu barsiisa hafuurichaatiin malee, barsiisa ogummaa namaatiin hin dubbannu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Wanni nu dubbannus kana; nu dubbii Hafuurri nu barsiisuun malee dubbii ogummaan namaa barsiisuun hin dubbannu; dhugaa Hafuuraas dubbii Hafuuraatiin ibsina.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ወን ኑ ዱበትኑስ ከነ፤ ኑ ዱቢ ሀፉር ኑ በርሲሱን መሌ ዱቢ ኦጉማን ነማ በርሲሱን ህንዱበትኑ፤ ዹጋ ሀፉራስ ዱቢ ሀፉራቲን እብስነ።

See the chapter Copy




1 ቆሮንቶስ 2:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements